Day: December 26, 2025

Kolleejjii Poolii Teeknikaa Booree Leenjii CPD (Continuing Professional Development)Kolleejjii Poolii Teeknikaa Booree Leenjii CPD (Continuing Professional Development)

Kolleejjii keenya dandeettii fi ogummaa leenjistoota keenyaa gara sadarkaa ol’aanaatti madaallii addunyaa waliin guddisuuf hojii jabaa hojjechaa jira. Haaluma kanaan, leenjistoota keenya hundaaf dameewwan ogummaa gurguddoo sadii irratti leenjii CPD