Kun beeksisa qaxarrii Kilaasteera Shaashamannee kan Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa baasedha. Beeksichi barsiisota (Leenjistoota) Sadarkaa “B” kolleejjota garagaraa keessatti qaxaruuf bahe.Qabxiilee guguddoo as keessatti ibsaman armaan gaditti
