Ogummaa soft skills jechuun, dandeettii fi amala namootaa kanneen hojii keessatti, hawaasummaa keessatti fi walitti dhufeenya namoota gidduutti cimsuuf gargaaraanidha. Ogummaa kana keessaa kanneen gurguddoo ta’an muraasa ni ilaalla: ▎1.
Day: December 24, 2025
Beeksisa QaxarriiBeeksisa Qaxarrii
Dhaabbanni Serco Training and Recruitment Plc jedhamu dhaabbata qaxarriifi leenjii biyya alaa Ministeera Hojiifi Ogummaa Federaalaa irraa hayyamaafi beekamtii qabudha. Haaluma kanaan, dhaabbatichi dargaggoota carraa hojii biyya alaa armaan gadiitti
