Beeksisa Qaxarrii

Dhaabbanni Serco Training and Recruitment Plc jedhamu dhaabbata qaxarriifi leenjii biyya alaa Ministeera Hojiifi Ogummaa Federaalaa irraa hayyamaafi beekamtii qabudha.

Haaluma kanaan, dhaabbatichi dargaggoota carraa hojii biyya alaa armaan gadiitti ibsaman irratti gahumsaafi dandeettii qaban 2979 dorgomsiisee qacarsiisuu waan barbaaduuf dargaggoonni naannoo keenyaa carraa kanatti akka fayyadamtan beeksisaa Waajjira Carraa Hojii Uumuufi Ogummaa godinaaleefi bulchiinsa magaalotaa isinitti dhiyoo jirutti galmaa’uu ni dandeessu.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Post

Iccitii Gammachuu fi Fayyaa: Qorannoo Waggaa 80 Ol Gaggeeffame (The Harvard Study)Iccitii Gammachuu fi Fayyaa: Qorannoo Waggaa 80 Ol Gaggeeffame (The Harvard Study)

Jireenya keessatti maaltu caalaatti gammachuu siif kenna? Maallaqa baay’eedhaa? Beekkamtii ol’aanaadhaa? Moo hojii sadarkaa guddaa qabu? Baay’een keenya yeroo dargaggummaa keenyaa milkaa’ina jechuun qarshii fi hojii jedhanii yaaduun nutti dhalata.