Kolleejjii Poolii Teeknikaa Booree Leenjii CPD (Continuing Professional Development)

Kolleejjii keenya dandeettii fi ogummaa leenjistoota keenyaa gara sadarkaa ol’aanaatti madaallii addunyaa waliin guddisuuf hojii jabaa hojjechaa jira. Haaluma kanaan, leenjistoota keenya hundaaf dameewwan ogummaa gurguddoo sadii irratti leenjii CPD (Continuing Professional Development) bal’aa kennaafii jira.

Mummeewwan leenjichi irratti kennama jiru:

  • 🪑 Wood Work Technology: Teeknoolojii fi ogummaa hojii mukaa ammayyaa irratti.
  • 💻 Hardware & Network Servicing: Suphaa meeshaalee kompiitaraa fi bulchiinsa sarara interneetii (Networking) irratti.
  • 🌐 Web Development & Database Administration: Ijaarsa weebsaayitii fi bulchiinsa kuusaa ragaa (Database) irratti.

Galma Leenjii Keenyaa: Leenjistoonni keenya beekumsa ammayyaan of ijaaranii, barattoota keenyaaf ogummaa qabatamaa dabrarsan gochuu dha.

💪 Ogummaa Keenyaan Hawaasa keenya ni tajaajilla!

#BorePolytechnic #CPD #Education #TechnicalSkills #WoodWork #HardwareNetworking #WebDevelopment #Ethiopia #Oromia #ExcellenceInTraining

Ogummaa Keenyaan Hawaasa keenya ni tajaajilla!

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *

Related Post